Odeeffannoo

Qorannaa waliigalaa

Qorannaa har'aa

Waliigalatti kan qabaman

Kanneen har'a qabaman

Dhukkubbii cimaa

Kanneen damdamatan

Du'a waliigalaa

Du'a har'aa

Loading...

Eeggannooawwan 6'n


Harka keessan ammas ammas saamunaadhaan sekoondii 20f dhiqadhaa


Harka
dhiqachuu

Yemmuu qufaatan yookaan haxxifattan ciqilee keessaniin afaanii fi funyaan keessan haguuggadhaa


ciqileen
haguuggachuu

Ija keessan, funyaan keessan akkasumas afaan keessan gunkuma hin tuqinaa


fuula
tuquu dhiisuu

Yeroo hundumaayyu namoota biroorraa tarkaanfii lama fagaachuu keessan mirkaneeffadhaa


Fageenya
Eeggachuu

Ofii keessanii fi maatii keessan eeggachuuf manatti turaa


Mana
taa'uu

Yoo manaa baatan fuula golgaa fayyadamaa


Golgaa
fayyadamuu

Galteewwan Barbaachisoo

Lakkofaawwan bilbilaa barbaachisoo ta'an

Vaayrasii Koroonaa (Dhibee Kooviid-19) ilaalchisee odeeffannoo kennuuf akkasumas argachuuf toorawwan bilbilaa tolaa asirratti argitanitti bilbilaa

Bulchiinsa Magaala Finfinneef

8335
952

Naannoo Somaaleef

6599

Naannoo Oromiyaa

6955

Naannoo Tigraay

6244

Naannoo Amaaraa

6981

Naannoo Sabootaa fi Sablammoota Uummattota Kibbaaf

6929

Bulchiinsa Magaala Dirreedhawaaf

6407

Naannoo Afar

6220